Offiraa hafuudhaan da’imaan kenya akka itti gargaruu kutaa itti baratnuu (umurri 0-5) Mindfulness in Parenting in Oromo/Amharic (0-5yr) Separating
This is a separating class (child and parent spend time together and apart).
kutaa kana kessatti da’imaan umrii 0-5 ta’aan galmeesuu dandesu, xiyeefanoon barsiistuu matti kuta kana kesaattii; Offiraa haafanii akkamitti matti fi da’imaan isaanii akka gargaraan baratuu. kunis; guddinaa samuu fi qamaa da’imaani, amaloota da’imaanii fi akkata isaan itti tasgabesinuu, hiribaa, nyaata madalama fi kan kana fakataan baratuu.
ከራሰ በመትራፍ እንዴት ልጀቻችንን ማስተማር እንደሞንችል የሞንማርበት ትሞህርት ክፍ - (ከ 0-5 ዕድጫ ከልል)
በዚህ ክፍል ውስጥ ከ 0-5 ዓመት እድሜ ያላቸውን ልጆች ማስመዝገብ ይችላሉ፣ በዚህ ክፍል ውስጥ የወላጅ መምህር ትኩረት፤ ወላጆችን እና ልጆቻቸውን ከራሳቸው አልፎ እንዴት መርዳት እንደሚችሉ እንዲማሩ ማስቻል ነው። ይህም ማለት፤ ስለ ልጆች አእምሯዊ እና አካላዊ እድገት፣ የልጆች ባህሪያት እና እንዴት እንደምናረጋጋቸው፣ ስለ እንቅልፍ፣ የተመጣጠነ ምግብ ፣ እና የመሳሰሉትን ይማራሉ።
Together learn:
ECFE classes are priced on a sliding fee schedule based on family income. Please choose the fee that best fits your family budget.
| A 10% surcharge will be applied to fees for Non-Minneapolis residents. |
For more information please call 612.517.5721 [Afaan Oromo] or 612.517.6001 [Amharic].